Kitaabni Qiddaasee Afaan Oromoo akka ta'u ibsameera,'' jechuun ibsan. Tajaajila lallaba wangeelaa qofaadha afaan dhaloota kan jedhamaa jiru malee qabatamaan tajaajila hundaa mitii jechuun dubbatu.